OneVoice27

SagaleeTokkoo27-Ergama Hundumaaf
Gooftaa tokko       Ergaa tokko          Sagalee tokkoon   Yeroo tokkichatti.
Sochii amantii gamtoomeen haala addaan kan itti hojjechuun nubarbaachisuu dhufeeraa. Kan ergamaafi lallabbii wangeelaa dijiitalaa geggeessuuf itti waliin hojjennu yeroodha. “Yeroo itti dura amanne caalaas amma guyyaan fayyinaa waan nutti dhihaateef, yeroon kun yeroo itti hirribaa dammaquun isinirra jiru ta’uu isaa beekaa.” Roomee 13:11


Fulbaana 2026 jalqabuudhaan, Waldootni Adiveentistii guutummaa addunyaa sagantaa OneVoice27/SagaleeTokko27/ jedhuun hundumtuu yeroo tokkicha, ergaa tokko, afaan garaa garaatiin kan dubbatamu, innis Gooftummaa Yesuus Kiristosiifi dhihaachuu dhufaatii isaa isa lammaffaa akkasumas cuuphamuu isaa waggaa 2000ffaa sababeeffachuudhaan, miidiyaalee hawaasummaa hundumaarratti yeroo labsinuudha. Kana keessatti namni bakkeetti hanbifamu hinjiru, Waaqayyo hirmaannaa keenya nibarbaada.

Maaraanaataa! “Gooftaa keenyaa Kottu!” 1Qor 16:22


ONEVOICE27 – Mission for All

 
One Lord    One Message        With One Voice     At the Same Time.
The time has come where we must work in a unified movement of faith, in a distinct manner: a time to work together to conduct digital evangelism and mission. Knowing that the day of salvation is closer now than when we first believed, realize that this is a time for you to awaken from your sleep. (Romans 13:11)


Beginning in September 2026, Seventh-day Adventist churches throughout the world will be launching a program called OneVoice27. At the very same time, in various languages, we will proclaim the same message—the Lordship of Jesus Christ and His soon return—commemorating the 2,000th anniversary of the Messiah’s baptism, across all public media platforms. In this, no one is to be left behind; God requires our participation. Maranatha! “Our Lord, come!” (1Corinthians 16:22)

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *