Our Archive

ONEVOICE27 – Mission for All One Lord. One Message. One global church with One Voice. At the Same Time. As the Seventh-day Adventist Church, the time has come for us to work together in a united movement of faith in a special way. This is the time for us to cooperate in carrying out digital […]

Read More

OneVoice27

SagaleeTokkoo27-Ergama HundumaafGooftaa tokko       Ergaa tokko          Sagalee tokkoon   Yeroo tokkichatti.Sochii amantii gamtoomeen haala addaan kan itti hojjechuun nubarbaachisuu dhufeeraa. Kan ergamaafi lallabbii wangeelaa dijiitalaa geggeessuuf itti waliin hojjennu yeroodha. “Yeroo itti dura amanne caalaas amma guyyaan fayyinaa waan nutti dhihaateef, yeroon kun yeroo itti hirribaa dammaquun isinirra jiru ta’uu isaa beekaa.” Roomee 13:11 Fulbaana 2026 […]

Read More